-
1 Saamuʼel 19:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Saaʼol harka isaatti eeboo qabatee mana isaa keessa taaʼee utuu jiruu hafuurri hamaan Yihowaa biraa dhufe isa irra buʼe;+ yeroo kanatti Daawit baganaadhaan muuziqaa taphachaa ture.+ 10 Saaʼolis eeboo isaatiin Daawitiin girgiddaatti maxxansuuf yaalii godhe; haa taʼu malee, Daawit isa jalaa waan miliqeef, eeboon sun girgiddaa keessa lixe. Daawitis halkan sana baqatee isa jalaa miliqe.
-