-
Uumama 29:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Yaaqoob jaalala Raaheliin qabamee ture; kanaan kan kaʼes, “Ani intala tee ishii quxisuu Raaheliif jedhee waggaa torba si tajaajiluuf fedhii qaba” isaan jedhe.+
-