1 Saamuʼel 18:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Kanaafuu Saaʼol, “Harki Filisxeemotaa akka isa rukutuuf, ishiin kiyyoo akka isatti taatu ani ishii isaaf nan kenna” jedhe.+ Achiis Saaʼol yeroo lammaffaadhaaf Daawitiin, “Ati harʼa gaaʼelaan natti firoomta”* jedhe.
21 Kanaafuu Saaʼol, “Harki Filisxeemotaa akka isa rukutuuf, ishiin kiyyoo akka isatti taatu ani ishii isaaf nan kenna” jedhe.+ Achiis Saaʼol yeroo lammaffaadhaaf Daawitiin, “Ati harʼa gaaʼelaan natti firoomta”* jedhe.