-
1 Saamuʼel 18:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Guyyaa sanaa jalqabee, Saaʼol yeroo hundumaa Daawitiin ija shakkiitiin ilaala ture.
-
-
Fakkeenya 27:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Aariin gara jabeessa dha, dheekkamsis akkuma lolaa yaaʼuu ti,
Hinaaffaa dura garuu eenyutu dhaabbachuu dandaʼa?+
-