-
1 Saamuʼel 20:28, 29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yonaataanis akkana jedhee Saaʼoliif deebise: “Daawit gara Beetaliheem akka dhaqu akkan isaaf heyyamu na kadhateera.+ 29 Inni, ‘Maatiin keenya magaalattii keessatti aarsaa waan dhiheessuuf, obboleessi koos waan na waameef, maaloo akkan dhaqu naaf heyyami. Ani si duratti fudhatama argadheera yoo taʼe, maaloo hafuura dhokfadhee dhaqeen obboloota koo ilaala’ naan jedhe. Inni gara maaddii mootichaatti kan hin dhufne kanaafi.”
-