-
1 Saamuʼel 19:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Saaʼolis eeboo isaatiin Daawitiin girgiddaatti maxxansuuf yaalii godhe; haa taʼu malee, Daawit isa jalaa waan miliqeef, eeboon sun girgiddaa keessa lixe. Daawitis halkan sana baqatee isa jalaa miliqe.
-