1 Saamuʼel 2:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Yihowaanis Haannaa waan yaadateef, ishiin ni ulfoofte;+ dabalataan ijoollee dhiiraa sadii fi ijoollee durbaa lama ni deesse. Saamuʼel mucichis Yihowaa duratti guddachuu isaa itti fufe.+
21 Yihowaanis Haannaa waan yaadateef, ishiin ni ulfoofte;+ dabalataan ijoollee dhiiraa sadii fi ijoollee durbaa lama ni deesse. Saamuʼel mucichis Yihowaa duratti guddachuu isaa itti fufe.+