LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 23:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis lamaan isaanii Yihowaa duratti kakuu waliif ni galan;+ sana booda Daawit Hooresh keessatti hafe; Yonaataan immoo gara mana isaatti qajeele.

  • 2 Saamuʼel 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Yeroo kanatti Daawit, “Hin sodaatin; ani abbaa kee Yonaataaniif jedhee jaalala amanamaa sitti nan argisiisa;+ lafa akaakayyuu kee Saaʼol hundumaa siifan deebisa; atis yeroo hundumaa maaddii koo irraa ni nyaatta”*+ isaan jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi