LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 21:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Boodas Daawit gara Ahimelek lubichaa isa Noobitti+ argamuu dhufe. Ahimelek Daawitiin yommuu argu hollachuu jalqabe; achiis, “Kophaa kee kan taatee fi namni tokko illee si bira kan hin jirre maaliifi?” isaan jedhe.+ 2 Daawitis akkana jedhee Ahimelek lubichaaf deebise: “Mootichi wanta tokko akkan godhu na ajajeera; haa taʼu malee, ‘Waaʼee ergama ani itti si erge kanaa fi waaʼee qajeelfama ani sii kenne kanaa eenyu iyyuu waan tokko illee akka hin beekne’ naan jedheera. Namoota koo wajjinis bakka taʼe tokkotti wal arguuf beellama qabadheera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi