-
1 Saamuʼel 23:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin ariʼuu dhiisee+ Filisxeemota waraanuuf deebiʼe. Maqaan iddoo sanaa, Kattaa Addaan Baʼuu kan jedhame kanaafi.
-