1 Saamuʼel 23:28, 29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin ariʼuu dhiisee+ Filisxeemota waraanuuf deebiʼe. Maqaan iddoo sanaa, Kattaa Addaan Baʼuu kan jedhame kanaafi. 29 Achiis Daawit bakka sanaa baʼee, Een Gedii+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisoo taʼan keessa taaʼe.
28 Yeroo kanatti Saaʼol Daawitiin ariʼuu dhiisee+ Filisxeemota waraanuuf deebiʼe. Maqaan iddoo sanaa, Kattaa Addaan Baʼuu kan jedhame kanaafi. 29 Achiis Daawit bakka sanaa baʼee, Een Gedii+ keessa iddoowwan bira gaʼuuf rakkisoo taʼan keessa taaʼe.