-
1 Saamuʼel 26:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yaa gooftaa koo yaa mootii, maaloo, wanta ani tajaajilaan kee dubbadhu kana dhagaʼi: Ana irratti kan si kakaase Yihowaa yoo taʼe, inni kennaa midhaanii koo ana harkaa haa fudhatu.* Namootatu si kakaase yoo taʼe+ garuu, isaan harʼa, ‘Dhaqi, waaqolii kan biroo tajaajili!’ jedhanii dhaala+ Yihowaa keessaa qooda akkan hin qabaanne waan na ariʼaniif, Yihowaa duratti kan abaaraman haa taʼan.
-