1 Saamuʼel 23:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, Daawitii fi namoonni isaa Arabaa+ ishii kibba Yeshiimonitti argamtu keessa lafa onaa Maaʼon+ keessa utuu jiranii, jarri sun achii baʼanii Saaʼoliin dursanii gara Ziif+ ni dhaqan.
24 Kanaafuu, Daawitii fi namoonni isaa Arabaa+ ishii kibba Yeshiimonitti argamtu keessa lafa onaa Maaʼon+ keessa utuu jiranii, jarri sun achii baʼanii Saaʼoliin dursanii gara Ziif+ ni dhaqan.