-
1 Saamuʼel 22:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Warri rakkina keessa jiran, warri liqiin irra jiruu fi warri komii qaban* hundi isa biratti walitti qabaman; innis ajajaa isaanii taʼe. Namoonni isaa wajjin jiranis gara dhiirota 400 turan.
-