1 Saamuʼel 25:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Badiisni gooftaa keenyaa fi mana isaa hundumaa irratti dhufaa waan jiruuf,+ ati maal gochuu akka qabdu murteessi; inni nama gatii hin qabne+ waan taʼeef, eenyu illee isatti dubbachuu hin dandaʼu.”
17 Badiisni gooftaa keenyaa fi mana isaa hundumaa irratti dhufaa waan jiruuf,+ ati maal gochuu akka qabdu murteessi; inni nama gatii hin qabne+ waan taʼeef, eenyu illee isatti dubbachuu hin dandaʼu.”