-
1 Saamuʼel 22:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Warri rakkina keessa jiran, warri liqiin irra jiruu fi warri komii qaban* hundi isa biratti walitti qabaman; innis ajajaa isaanii taʼe. Namoonni isaa wajjin jiranis gara dhiirota 400 turan.
-
-
1 Saamuʼel 25:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Daawitis yeruma sana namoota isaatiin, “Hundi keessan goraadee keessan hidhadhaa!”+ jedhe. Kanaafuu, hundi isaanii goraadee isaanii ni hidhatan; Daawitis goraadee isaa ni hidhate; namoonni gara 400 taʼan Daawitii wajjin ol kan baʼan yeroo taʼu, namoonni 200 garuu miʼa eeguuf achumatti hafan.
-