-
1 Saamuʼel 25:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Achiis miila isaatti kuftee, akkana jette: “Yaa gooftaa koo, balleessaan isaa ana irratti haa taʼu; tajaajiltuun tee sitti haa dubbattu; atis wanta tajaajiltuun tee jettu dhagaʼi.
-