-
Abbootii Murtii 19:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Kanaafuu isaan karaa isaanii itti fufan; yommuu Gibeʼaa ishii kan Biiniyaam taate bira gaʼanis aduun lixuu jalqabdee turte.
-
-
1 Saamuʼel 10:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Saaʼolis loltoota Yihowaan garaa isaanii kakaasee wajjin gara mana isaa isa Gibeʼaatti argamuu ni deeme.
-