-
1 Saamuʼel 24:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Kanaafuu, Saaʼol guutummaa Israaʼel keessaa namoota filatamoo 3,000 fudhatee, Daawitii fi namoota isaa barbaaduuf gara qarsaa holqa hedduu qabuu fi reʼoonni gaaraa keessa jiraatanitti qajeele.
-