-
1 Saamuʼel 29:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Haa taʼu malee, bulchitoonni Filisxeemotaa, “Ibroonni kun maaliif as dhufan?” jedhan. Akiishis, “Kun Daawit tajaajilaa Saaʼol isa mootii Israaʼel taʼe sanaa ti; inni waggaa tokko yookiin isaa oliif ana bira jiraateera.+ Guyyaa inni gara kootti baqatee jalqabee hanga harʼaatti ani balleessaa tokko illee isa irratti hin arganne” isaaniin jedhe.
-