1 Saamuʼel 25:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Yeroo booda Saamuʼel+ ni duʼe; Israaʼelonni hundis isaaf booʼuu fi mana isaa isa Raamaatti+ argamu biratti isa awwaaluuf walitti qabaman. Sana booda Daawit kaʼee gara lafa onaa Phaaraanitti gad buʼe.
25 Yeroo booda Saamuʼel+ ni duʼe; Israaʼelonni hundis isaaf booʼuu fi mana isaa isa Raamaatti+ argamu biratti isa awwaaluuf walitti qabaman. Sana booda Daawit kaʼee gara lafa onaa Phaaraanitti gad buʼe.