-
1 Saamuʼel 14:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Saaʼolis, “Ani Filisxeemota hordofee gad buʼuu?+ Harka Israaʼelotaatti dabarsitee isaan ni kennitaa?” jedhee Waaqayyoon gaafate. Haa taʼu malee, Waaqayyo guyyaa sanatti deebii isaaf hin kennine.
-