7 Namoonni Israaʼel warri sululicha keessa jiranii fi naannoo Yordaanos keessa jiran, loltoonni Israaʼel baqachuu isaanii, akkasumas Saaʼolii fi ilmaan isaa duʼuu isaanii yommuu argan, magaalota sana dhiisanii baqatan;+ Filisxeemonnis dhufanii magaalota sana qabatan.