-
1 Saamuʼel 28:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Kanaafuu, Saaʼol eenyummaa isaa dhoksee, akkasumas uffata kan biraa uffatee namoota isaa lamaa wajjin halkaniin gara dubartii sanaa dhaqe. Innis, “Maaloo dandeettii ekeraa dubbisuuf qabdutti fayyadamiitii wanta gara fuulduraa na beeksisi;+ nama ani sitti himus naaf kaasi” ishiidhaan jedhe.
-