-
1 Saamuʼel 14:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Kana malees, Ibroonni warri sana dura Filisxeemota irra goranii isaanii wajjin gara buufatichaa dhaqanii turan, gara Israaʼelota warra Saaʼolii fi Yonaataaniin geggeeffamanitti makaman.
-