LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 27:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Daawit, “Namoonni sun, ‘Daawit akkana godhe’ jedhanii waaʼee keenya akka isaanitti hin himne” jedhee yaaduudhaan, dhiiras taʼe dubartii lubbuudhaan hambisee gara Gaatitti hin fidu ture. (Yeroo naannoo baadiyyaa Filisxeemotaa keessa jiraate hundumaatti akkanuma godha ture.) 12 Kanaafuu Akiish, ‘Dhuguma iyyuu inni saba isaa Israaʼel gidduutti akka waan xiraaʼaatti waan ilaalameef, yeroo hundumaa tajaajilaa koo ni taʼa’ jedhee yaaduudhaan Daawitiin ni amane.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi