LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 29:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Haa taʼu malee, bulchitoonni Filisxeemotaa, “Ibroonni kun maaliif as dhufan?” jedhan. Akiishis, “Kun Daawit tajaajilaa Saaʼol isa mootii Israaʼel taʼe sanaa ti; inni waggaa tokko yookiin isaa oliif ana bira jiraateera.+ Guyyaa inni gara kootti baqatee jalqabee hanga harʼaatti ani balleessaa tokko illee isa irratti hin arganne” isaaniin jedhe.

  • 1 Saamuʼel 29:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Akiishis akkana jedhee Daawitiif deebise: “Akka ilaalcha kootti, ati akkuma maleekaa Waaqayyoo nama gaarii dha.+ Bulchitoonni Filisxeemotaa garuu, ‘Inni nuu wajjin gara waraanaatti akka ol baʼu hin godhin’ naan jedhan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi