-
1 Saamuʼel 30:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Achiis Daawit gara namoota 200 warra Laga Gogaa Besoor biratti hafan+ sanaa ni dhufe; isaan baayʼee dadhabuu isaaniitiin kan kaʼe Daawitii wajjin deemuu hin dandeenye turan; isaanis Daawitii fi namoota isaa wajjin turan simachuuf ni baʼan. Daawitis yommuu isaanitti dhihaatu waaʼee nageenya isaanii isaan gaafate.
-