-
1 Saamuʼel 30:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Daawitii fi namoonni isaa yommuu gara magaalattiitti dhufan, magaalattiin gubamuu ishii, haadhotiin manaa isaanii, ijoolleen dhiiraa fi ijoolleen durbaa isaaniis boojuudhaan fudhatamuu isaanii argan.
-