-
2 Saamuʼel 21:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Kanaafuu, Daawit dhaqee lafee Saaʼolii fi lafee ilma isaa Yonaataan geggeessitoota* Yaabeesh Giiliyaad+ irraa fudhate; namoonni kun yeroo Filisxeemonni Gilboʼaa+ keessatti Saaʼoliin itti ajjeesanitti, addabaabayii Beet Shaan bakka Filisxeemonni itti isaan fannisan irraa hatanii isaan fudhatanii turan.
-