LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 19:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Amaasaadhaan+ immoo, ‘Ati lafee koo fi foon koo mitii? Kanaafuu, ati ammaa jalqabee bakka Yoʼaab+ buutee ajajaa raayyaa waraanaa kootii yoo taʼuu baatte, Waaqayyo adaba guddaa na haa adabu’ isaan jedhaa.”

  • 2 Saamuʼel 20:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Amaasaan goraadee harka Yoʼaab irra ture irraa of hin eegganne; Yoʼaabis goraadee sanaan garaa isaa waraane;+ marʼimaan isaas lafatti jige. Irra deebiʼee isa waraanuun isa hin barbaachisne; siʼuma tokko waraanee isa ajjeese. Achiis Yoʼaabii fi obboleessi isaa Abishaay Sheebaa ilma Bikrii ariʼuu isaanii itti fufan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi