2 Saamuʼel 9:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Mefibosheet yeroo hundumaa maaddii mootichaa irraa waan nyaatuuf,+ Yerusaalem keessa jiraata ture; inni miilli isaa lamaan naafa ture.+ 1 Seenaa Baraa 8:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Ilmi Yonaataan Meriib Baʼaal*+ ture. Meriib Baʼaal Miikiyaasiin dhalche.+
13 Mefibosheet yeroo hundumaa maaddii mootichaa irraa waan nyaatuuf,+ Yerusaalem keessa jiraata ture; inni miilli isaa lamaan naafa ture.+