-
2 Saamuʼel 4:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Namoonni tuutawwan weerartootaa ilmi Saaʼol geggeessu keessatti itti gaafatamummaa qaban lama jiru turan; maqaan isa tokkoo Baʼaanaa, maqaan isa kan biraa immoo Reekaab jedhama ture. Isaanis ilmaan Rimoon Beʼeerotichaa isa gosa Biiniyaam ture sanaa ti. (Beʼeerotis+ kutaa gosa Biiniyaam akka taʼetti ilaalama ture.
-