1 Seenaa Baraa 29:26, 27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 Akka kanaan Daawit ilmi Issey guutummaa Israaʼel irratti ni bulche; 27 barri* inni Israaʼel irratti itti bulche waggaa 40 ture. Inni Kebroon keessatti waggaa 7f ni bulche;+ Yerusaalem keessatti immoo waggaa 33f ni bulche.+
26 Akka kanaan Daawit ilmi Issey guutummaa Israaʼel irratti ni bulche; 27 barri* inni Israaʼel irratti itti bulche waggaa 40 ture. Inni Kebroon keessatti waggaa 7f ni bulche;+ Yerusaalem keessatti immoo waggaa 33f ni bulche.+