-
1 Seenaa Baraa 11:7-9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Achiis Daawit dahoo sana keessa jiraachuu jalqabe. Isaan Magaalaa Daawit jedhanii kan ishii waaman kanaafi. 8 Innis Koobicha* irraa jalqabee hamma naannoowwan ishii biratti argamanitti guutummaa magaalattii ijaaruu jalqabe; Yoʼaabis kutaa magaalattii isa hafe deebisee ni ijaare. 9 Akka kanaan Daawit caalaatti jabaachaa deeme;+ Yihowaan Gooftaan Raayyaas isaa wajjin ture.
-