2 Saamuʼel 22:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Diinonni koo ana irraa akka baqatan ni goota;*+Anis warra na jibban nan balleessa.*+