-
Leewwota 27:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “‘Namni tokko maasii dhaala isaa taʼe irraa muraasa Yihowaadhaaf qulqulluu godhee yoo kenne, gatiin isaaf shallagamu sanyii maasicha irratti facaasuuf barbaachisuu wajjin qixxee ni taʼa; sanyiin garbuu homeerii* tokko meetii sheeqilii 50 taʼa.
-