-
1 Saamuʼel 18:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Yonaataan uffata isa irraan uffate of irraa baasee, uffata waraanaa isaa, goraadee isaa, iddaa isaa fi qabattoo isaa wajjin Daawitiif ni kenne.
-
-
1 Saamuʼel 20:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Anis akka nama wanta tokko waraanuu barbaadeetti, dhagicha irraa gama tokkoon xiyyawwan sadii nan darbadha.
-