-
Uumama 30:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Achiis Laabaan, “Ani Yihowaan sababa keetiin na eebbisaa akka jiru milkiin arge* irraa waanan hubadheef, si duratti fudhatama argadheera yoon taʼe asuma taaʼi” isaan jedhe.
-
-
Uumama 39:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Yeroo inni mana isaa irratti isa muudee fi wanta kan isaa taʼe hundumaa irratti itti gaafatamaa isa godhee jalqabee, Yihowaan sababii Yoseefiin mana namicha Gibxii sanaa ni eebbise; Yihowaan wanta inni mana keessaas taʼe alaa qabu hundumaa ni eebbise.+
-