11 Dhuma irrattis Saamuʼel Isseyiin, “Ilmaan kee isaanuma kana qofa dhaa?” jedhe. Yeroo kanatti Issey, “Inni quxisuun+ hafeera; hoolota tiksaa jira”+ isaan jedhe. Achiis Saamuʼel Isseyiin, “Hanga inni as dhufutti nuti nyaata nyaachuuf gad hin teenyu; kanaafuu, ergii isa waamsisi” jedhe.