2 Saamuʼel 7:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 guyyaa ani saba koo Israaʼel irratti abbootii murtii itti muudee+ jalqabee akka gochaa turanitti isaan hin cunqursan. Diinota kee hundumaa irraas boqonnaa siif nan kenna.+ “‘“Kana malees, akka Yihowaan sitti himetti Yihowaan mana siif ni ijaara.*+
11 guyyaa ani saba koo Israaʼel irratti abbootii murtii itti muudee+ jalqabee akka gochaa turanitti isaan hin cunqursan. Diinota kee hundumaa irraas boqonnaa siif nan kenna.+ “‘“Kana malees, akka Yihowaan sitti himetti Yihowaan mana siif ni ijaara.*+