-
1 Seenaa Baraa 18:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Namoonni Sooriyaa warri Damaasqoo keessa jiran Hadaadʼezeer mootii Zoobaa gargaaruuf yommuu dhufan, Daawit namoota Sooriyaa keessaa 22,000 ajjeese.+ 6 Achiis Daawit Damaasqoo ishii Sooriyaa keessatti buufatawwan loltootaa ni hundeesse; warri Sooriyaas tajaajiltoota Daawit taʼan; gibiras isaaf ni fidan. Yihowaan bakka Daawit dhaqu hundatti injifannoo* isaaf ni kenna ture.+
-