-
1 Seenaa Baraa 18:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kana malees, Daawit tajaajiltoota Hadaadʼezeer irraa gaachanoota warqii fudhatee gara Yerusaalemitti fide. 8 Daawit Xibhaatii fi Kuun warra magaalota Hadaadʼezeer taʼan keessaa sibiila diimaa hedduu fudhate. Solomoonis isatti fayyadamee, Galaana sibiila diimaa,+ utubaawwanii fi miʼawwan sibiila diimaa ni tolche.+
-