LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 18:14-17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Daawit guutummaa Israaʼel irratti bulchuu isaa itti fufe;+ inni sabni isaa hundi haqaa fi qajeelummaa akka argatan godha ture.+ 15 Yoʼaab ilmi Zeruuyaa itti gaafatamaa raayyaa waraanaa ture;+ Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture; 16 Saadoq ilmi Ahixuubii fi Ahimelek ilmi Abiyaataar luboota turan; Shaawushaan immoo barreessaa ture. 17 Benaayaan ilmi Yehoyaadaa itti gaafatamaa Kereetotaa+ fi Pheleetotaa+ ture. Ilmaan Daawitis mootichatti aansee aangoo guddaa qabu turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi