2 Saamuʼel 20:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Adoraam+ warra hojii dirqamaa akka hojjetaniif filataman irratti aangoo qaba ture; Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture. 1 Mootota 4:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Elihoreefii fi Ahiyaan warri ilmaan Shiishaa taʼan barreessitoota turan;+ Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud barreessaa seenaa ture;
24 Adoraam+ warra hojii dirqamaa akka hojjetaniif filataman irratti aangoo qaba ture; Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud immoo barreessaa seenaa ture.
3 Elihoreefii fi Ahiyaan warri ilmaan Shiishaa taʼan barreessitoota turan;+ Yoshaafaax+ ilmi Ahiluud barreessaa seenaa ture;