1 Seenaa Baraa 8:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Ilmi Yonaataan Meriib Baʼaal*+ ture. Meriib Baʼaal Miikiyaasiin dhalche.+ 1 Seenaa Baraa 9:40 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 40 Ilmi Yonaataan Meriib Baʼaal+ ture. Meriib Baʼaal Miikiyaasiin dhalche.+