Faarfannaa 37:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Daandii kee Yihowaatti kennadhu;*+Isatti amanami, innis siif jecha tarkaanfii ni fudhata.+ Faarfannaa 44:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Humna keetiin diinota keenya ariinee deebisna;+Maqaa keetiinis warra nu irratti kaʼan irra ni ejjenna.+ Fakkeenya 29:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Namoota sodaachuun* kiyyoo dha,+Namni Yihowaatti amanamu garuu eegumsa argata.+
5 Humna keetiin diinota keenya ariinee deebisna;+Maqaa keetiinis warra nu irratti kaʼan irra ni ejjenna.+