-
1 Seenaa Baraa 19:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Achiis Yoʼaabii fi namoonni isaa warra Sooriyaa waraanuuf isaanitti dhihaatan; isaanis isa duraa ni baqatan.+ 15 Amoononni warri Sooriyaa baqachuu isaanii yommuu argan, isaanis obboleessa isaa Abishaay duraa baqatanii gara magaalattiitti seenan. Sana booda Yoʼaab gara Yerusaalemitti deebiʼe.
-