-
1 Saamuʼel 31:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Waraanichi Saaʼolitti cimaa deeme; warri xiyya darbatanis isa argatanii akka malee isa madeessan.+
-
-
1 Seenaa Baraa 10:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Waraanichis Saaʼol irratti cimaa deeme; warri xiyya darbatanis isa argatanii isa madeessan.+
-