-
2 Saamuʼel 7:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, akka waan wanti kun natti hanqatetti, ati waaʼee mana tajaajilaa keetii isa wanta gara fuulduraatti taʼus dubbatteetta; yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, kun ilmaan namootaa hundumaatiif qajeelfama* dha.
-